Itti_Quufeera-_-The_Tuners [Official Music Video]
VOICE OF TUNERS VOICE OF TUNERS
8.64K subscribers
404,198 views
0

 Published On Oct 15, 2023

Ahaa Anoo itti quufeeraka *4

Gaarummaa gooftaankoo anaaf hojjetetti
(ahaa..anoo itti quufeeraka
Gatii inni baaseen nagaan argadhetti
Ahaa...anoo itti quufeeraka
Natti hin badne karaasaa gammachuunkoo guutuu
Wanta darbuuf garaankoo tasa isa hin komatu
Tokko hin hambifne gatiikoo baasee xumureera
Isaaf galata lubbuunkoo itti quufeeraka
Ahaaa
Na jiraachiseera yesuus du'akoo hambisee
Badiisakoo isa eegu hamaa sana salphisee
Egaa maalittan qaana'a kankoo isatu hojjete
Faannikoo isaan iddoo qulla'aa ejjete

Natti hin banne....

Yoomuu haala irratti hin hundaa'u gammachuunkoo
Yesuus naaf ta'eera aara galfiif boqonnaakoo*2
Araarri isaa baayyee tolli isaas naaf adda
Cubbamaa jaallate kanaafan gammada

Gaarummaa gooftaankoo anaaf hojjetetti
Ahaa....anoo itti quufeeraka
Gatii inni baaseen nagaan argadhetti
Ahaa anoo itti quufeeraka

--The Tuners [Voice Of Tuners]
#new_afaan_oromo_music
#faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2023
#live_worship_afaan_oromoo
#protestant_worship_song_2021
#Amharicworship #worshipsong #amharicsong #ethiopianSong #WORSHIP #GOSPELSONG #AMHARICWORSHIP #MEZMUR #AMLEKO #ETHIOWORSHIP #ETHIOPIANSONG #AMHARIC #AMHARICMEZMUR #GREATART #EPHRAIMAMARE
#CjTv
#zemayared
#ዜማያሬድ
#newyear
#newyearprogram
#donkeytube
#comedianeshetu
#dinklejoch
#dinklejoch
#dinqlejoch
#comedianeshetu
#father
#google
#tiktokers
#Blogging
#Twitter
#Ethiopiancomedy
#ebstv
#comedianeshetu
#bbcnews
#Ethiopian
#ethiopianmusic
#paralyzed
#motivationalspeech
#amharicmovies2022
#መድረክ
#lovestory
#lovestorymovie
#official
#comedian
#drama
#ድንቅልጆች
#donkeytube
#ebssundayshow
#live
#lovesacrifice
#lovestory
#afaanoromo

show more

Share/Embed